Location via proxy:   [ UP ]  
[Report a bug]   [Manage cookies]                
Jump to content

Moosii

Wikipedia irraa
The printable version is no longer supported and may have rendering errors. Please update your browser bookmarks and please use the default browser print function instead.

Biqiltoonni moosii (saaphuyyee) biriyoofaayitoota ta’anii baalaafi jirma salphaa ta’e qabu. Garuu sirna tishuu vaaskularii hin qaban. Kanaafuu, jirma, baalaafi hidda dhugaa ta’e hin qaban. Kilooroofilii waan qabaniif footoosinteesisii ni gaggeessu. Caasaa hidda fakkaatu kan bishaan biyyee keessaa xuuxuu raayizooyidii(hidda maarqoo) jedhamu qabu. Iddoo jiidhinni jiru, gaaddisa jala, kattaa irra, jirma mukaa gurguddaa irraafi ala baaxii manaa irratti biqilannii jiraatu.