introduce
Appearance
kanaslaali : intro, introduction
Afaan Ingiliffaa
- introduce
Hiika
[gulaali]- madaqsuu, waan tokko yeroo jalqabaatiif hojii irra oolchu
- beeksisuu
- wal barsiisuu (namoota wal hin beekne)
- Waan haaraa mariif dhiheessuu
- barreeffama yookiin muuziiqaa jalqabuu
- waan tokko waan kan biraa keessa galchuu