Location via proxy:   [ UP ]  
[Report a bug]   [Manage cookies]                
Jump to content

Afaan Ingiliish

Wikipedia irraa
Afaan Ingiliish (Afaan Ingiliffaa)
Kan dubbatamu: UK fi Addunyaa mara
Naannoo: Addunyaa mara
Dubbattoota: UK fi addunya mara
Sadarkaa: Idil-addunyaa
Qooddama:
Haala Ofiseelummaa
Afaan ofiseelaa:
Kan too'atu:
Koodii
ISO 639-1 en
ISO 639-2 eng
Kanas ilaali: – Afaan

Afaan Ingiliish afaan Dhiha Jermanik kan yeroo duraaf giddugala Ingilaand duri dubbatamaa dhawataan afaan waligaltee idil-addunyaa ta'eedha. Yeroo ammaa biyyoota akka UK, USA, Awustireliyaa fi hedduu keessatti dubbatama.