Saayikoloojii
Appearance
Xinsammuun damee saayinsii kan faayidaa sammuu fi amaloota namaa qoratu dha. Kaayyoon battalaa xinsammuu namoota dhuunfaa fi gareewwan karaa seera waliigalaa baasuu fi dhimmoota addayaa qorachuun hubachuu dha. Kayyon waligalaa xinsammuu hawaasa fayyaduu dha. Damee kana keessatti, namni hojii xiinsammuu hojjatu xinsammeessaa jedhama, akkasumas saayintistii hawaasummaa, amala ykn sammuu jedhamuus danda'a. Xinsammeessitoonni shoora faayidaan sammuu amala dhuunfaa fi haawaasaa irratti qabu hubbachuuf qoratu, kana wajjin bu'uura xinsammuu fi baayoloojikaawaa kan faayidaa sammuu fi amala duuba jiru alooluu.
{{{Maqaa}}} | |||
Jechoota Xinsammuu | ||
---|---|---|
Afaan Ingiliiziin | Afaan oromoon | Hikkaa |
Psychology | Xinsammuu | damee saayinsii kan faayidaa sammuu fi amaloota namaa qoratu dha. Kaayyoon battalaa xinsammuu namoota dhuunfaa fi gareewwan karaa seera waliigalaa baasuu fi dhimmoota addayaa qorachuun hubachuu dha. |
Amnesia | ofirraanfannaa | rakkoo sammuu waa'ee ofii yaadachuu dadhabuun mullatuudha, |
anxiety | badada | yaaddoo ykn sodaa dhugaa wajjin wal hin madaalle |
attitude | Ilaalcha | ilaalchi akkaataa nama tokkoo waan tokkoo irratti yaaduu ykn miira dhaabata waa'ee wantichaa qabu, akkaataa adda addaatiin amala nama tokkoo keessatti kan calaqqisudha. |
bias | loogii | waan tokko, nama tokko ykn garee tokko kan biraa wajjin wal bira qabamee yoo ilaalamu, yeroo baay’ee karaa haqa qabeessa akka hin taaneetti ilaalamuun |
catharsis | aargalfii | adeemsa miira cimaa ykn ukkaamfame gadhiisuufi kanaanis boqonnaa kennuudha. |
cognition | yaadsammuu | adeemsa sammuun waa tokko hubaatuufi beekuuf taasisuu |
conscious | yaadmullataa | yaada sammuu kan namni gocha ykn haala jiruu qalbii isaatiin yaadatuudha, kana jechuun namichi maaltuu ta'aa akka raawwatuu ibsuu kan danda'uufi wanti ta'u hudi habarawaa kan itti hintaanedha. |
delusions | yaadsoba/ Ojjuu | |
depression | yaadammaca / mukaa'uu | |
Ego | Miirofii | |
extrovert | waliigalaa ykn sansaa iftoomina | |
id | eeyummaa | |
introvert | sansaka gooddummaa | |
instinct | yaadumaa/ miiruumamaa | |
mindfullness | seexa'uummaa / qalbeeffannaa | |
paradox | mitihee | |
personality | sansakkaa |