Location via proxy:
[ UP ]
[Report a bug]
[Manage cookies]
No cookies
No scripts
No ads
No referrer
Show this form
Jump to content
Main menu
Main menu
move to sidebar
hide
Ilalcha
Fuula duraa
Ummataf Bana
Taateewwan ammaa
Jijjirama Dhiho
Fuula Garagara
Gargaarsa
Barbadu
Barbadu
Appearance
Keena
Eenyummeessa uumi
Saaqii seeni
Meeshaalee dhuunfaa
Keena
Eenyummeessa uumi
Saaqii seeni
Pages for logged out editors
learn more
Gumaacha
Dubii IP kanaaf
Haskaa birmadii
gulaalamaara
Add languages
Fuulbarruu
Marii
Oromoo
Dubbisi
Gulaali
Lakkaddaa gulaali
Seenaa laali
Meeshaalee
Tools
move to sidebar
hide
Actions
Dubbisi
Gulaali
Lakkaddaa gulaali
Seenaa laali
General
Mannin akka asiin walitti qabatte
Jijjiiramoota walidhihaatan
Faayila fe'i
Fuula Adaa Ta'e
Odeeffannoo fuulaa
Get shortened URL
Download QR code
Piroojektiiwwan biroon
Mi'a Wikidata
Appearance
move to sidebar
hide
Eggano:
Hin senne. Tesson IP kankee senna barrefamma fulla kessatti gabafama.
Anti-spam check. Do
not
fill this in!
{{Taxobox|name=Haskaa birmadii|image=Hominidae (extant species).jpg|fossil_range=[[Miocene]]<ref>{{cite journal|title=European Miocene Hominids and the Origin of the African Ape and Human Clade|year=2012|journal=Evol. Anthropol.|author=Begun D.R; Nargolwalla M.C. and Kordos L. |volume=21|issue=1|pages=10–23|doi=10.1002/evan.20329|pmid=22307721|s2cid=22792031|url=http://onlinelibrary.wiley.com/doi/10.1002/evan.20329/full}}</ref> to Recent|image_caption=gosoota haskaa birmadii kessaa saddettan amma lubbun jiran|domain=Tambidhugee (Eukaryota)|regnum=[[Bineelda| Neefkoota]] (Animal)|phylum=[[Tushaaleeyyii| Dugugguroo]] (Chordata)|classis=[[Hoosiiftoota]] (mammalia)|image_width=230px|ordo=Olaantiyyaa (primate)|familia=Warra jaldunamaa(Hominoidea)}} [[File:Fossil_hominids.jpg|right|thumb| Agarsiisa fosiilii hominid Muziyeemi Osteology, Oklahoma City keessatti]] '''Hoominidiin ykn haskaan birmadiin''', miseensota warra baayoloojii Hominidae, nama, [[chipaanzii]], [[kootee]](goorillaa)fi orangutans of keessatti qabata. '''Jaldeessoota gurguddoo''' jechuun yeroo baay’ee kan beekamaniifi, amala qaamaa tokko tokko kan akka qaama cimaa, eegee hin qabne, harka fuulduraa akka gaariitti guddate, fi abbuguddaa quba kan irraa adda fageenya qabuu (fi nama malee quba miila gurguddaa ) kan jabeessee qabachuuf hayyamu qooddatu. Maatiin kun qaccee afuriifi sanyii saddeetitti kan qoodame yoo ta’ellee, galmeen dhakkalaa miseensonni duraanii, '''[[jalduukibbaa(Australopithecines)]]''' fi sanyii [[namduroo (Homo)]] dabalatee, garee kana keessaas akka ta’an agarsiisa. Nammoggooleen ammayyaa, nama irraa kan hafe, bosona roobaa Afrikaa ikuwaatoorii, Sumaatraa fi Boornee keessatti argamu. == Ramaddii == Hayyoonni warra Hominidae akkamitti akka ramadaman sirriitti irratti walii hin galan. === Vershiniiwwan darban === Yeroo darbe maatiin Hominidae akkasitti ramadamaniiru: * Maatii '''Hominidae''' : Hantuuta gurguddoo ** Maatii xiqqaa Ponginae *** Gosa ''Pongo'' – orangutans ** Maatii xiqqaa Homininae *** Gosa ''Gorilla'' – gorillaa *** Gosa ''Paan'' – chimpanzee *** ''Australopithecus'' † fi firoota badan biroo *** Gosa ''Homo'' – [[nama]] === Version ammayyaa === Ramaddiin dhiheenya kanaa akka agarsiisutti ilmaan namootaa fi Australopithecines hantuuta bosona roobaa irraa [https://simple.m.wiktionary.org/wiki/distinct adda ta'uu] isaaniiti. Hojiileen wabii gurguddoon lama mala kana deeggaraniiru. <ref>Larsen, Clark Spencer (ed) 2010. </ref> <ref>Stanford, Craig; Allen, John S. & Anton, Susan C. 2011. </ref> Hominoidea maatii ol’aanaa : Maatii Hylobatidae ::: Gosa ''Haayiloobeetota'' : Maatii '''Hominidae''' :: Maatii xiqqaa Ponginae ::: Gosa ''Pongo'' :: Maatii xiqqaa Gorillinae ::: Gosa ''Gorillaa'' :: Maatii xiqqaa Homininae ::: Gosa Panini :::: Gosa ''Paan'' ::: Gosa Hominini :::: Gosa xiqqaa Australopithecina/Hominina ::::: Gosa ''Ardipithecus'' jedhamu ::::: Gosa ''Australopithecus'' jedhamu ::::: Gosa ''Keeniyaantiroopus'' ::::: Gosa ''Sahelanthropus'' jedhamu ::::: Gosa ''Orrorin'' ::::: Gosa ''Paaraantiroopus'' ::::: Gosa ''Homo'' == Fuulota walqabatan == * Yeroo namaa * Jijjiirama dhala namaa [[Category:Tirannoo]] [[Category:Nama]] [[Category:Xinlubbuu]]
Guduunfaa:
By saving changes, you agree to the
Terms of Use
, and you irrevocably agree to release your contribution under the
CC BY-SA 4.0 License
and the
GFDL
. You agree that a hyperlink or URL is sufficient attribution under the Creative Commons license.
Ballesi
Gargaarsa gulaaluu
(Foodda haaraa keessa banama)
Wikidata entities used in this page
Haskaa birmadii
: Sitelink, Description: om
Qajojiiwwan fuulbarruu kanarratti fayyadan:
Template:Cite journal
(
gulaali
)
Template:Taxobox
(
gulaali
)
Module:Citation/CS1
(
gulaali
)
Module:Citation/CS1/Configuration
(
gulaali
)
Module:Citation/CS1/Date validation
(
gulaali
)
Module:Citation/CS1/Suggestions
(
gulaali
)
Module:Citation/CS1/Whitelist
(
gulaali
)